Helen Berhe - Siiyaadee lyrics

[Helen Berhe - Siiyaadee lyrics]

Eyye dhugumaa dhugumaa waadaa cimaa qabnaa
Dhufee waliin taphanna
Si yaadee shaggaa si yaadeera jaalallee koo
Kiyyas yaanii suma biraa halkanii guyaa
Akkam jirtaa nagayaaree bareedaa koo
Yaada kee malee an nagayaa shaggee tiyyaa

Akkam jiraaree qe'een ollaaf firraa
Kan nuu dudisee biyyi gandi maraa
Yaanni kiyyaa suma biraa halkan guyyaa gannas birraa

Akkuma kee anis akkuma kee akkumaa kee
Dhimmi kotii ta'ee ijaan arge ijaan arge
Qaamaan dhuftee nu lachuu haa argannuu gamachuu

Jaalalti dhugaa akkanaa lubbu irra waliin yaadnnaa

Nan dhufa birrisee ijaa keet ilaaluuf
Farda koo feesisee si faanaa taphachuuf

Shaggooyee
Akkas kaa
Ol fuudhi
Marimee
Mammari kaa
Shubbis

Si yaadee shaggaa si yaadeera jaalallee koo
Kiyyas yaanii suma biraa halkanii guyaa
Akkam jirtaa nagayaaree bareedaa koo
Yaada kee malee an nagayaa shaggee tiyyaa

Harka wal qabnee kiyyaa keet wal jennee
Gaaddissa kee qilxuut jaalala hirannee
Hirriba koo na dhowweeraa fagaadhullee si faanan jira
Hirriba koo na dhowweeraa fagaadhullee si faanan jira

Akkuma kee anis akkuma kee akkumaa kee
Dhimmi kotii ta'ee ijaan arge ijaan arge
Qaamaan dhuftee nu lachuu haa argannuu gamachuu
Qaamaan dhuftee nu lachuu haa argannuu gamachuu
Jaalalti dhugaa akkanaa lubbu irra waliin yaadnnaa
Jaalalti dhugaa akkanaa lubbu irra waliin yaadnnaa

Nan dhufa birrisee ijaa keet ilaaluuf
Farda koo feesisee si faanaa taphachuuf
Nan dhufa birrisee ijaa keet ilaaluuf
Farda koo feesisee si faanaa taphachuuf
Qaamaan dhuftee nu lachuu haa argannuu gamachuu
Dafii dafii naaf kottuu haa argannuu gammachuu

Jaalalti dhugaa akkanaa lubbu irra waliin yaadnnaa
Jaalalti dhugaa akkanaa lubbu irra waliin yaadnnaa

Qaamaan dhuftee nu lachuu haa argannuu gamachuu
Dafii dafii naaf kottuu haa argannuu gammachuu
Qaamaan dhuftee nu lachuu haa argannuu gamachuu
Dafii dafii naaf kottuu haa argannuu gammachuu

Interpretation for

Add Interpretation

Add extended interpretation

If you know what the artist is talking about, can read between the lines, and know the history of the song, you can add interpretation to the lyrics. After checking by our editors, we will add it as the official interpretation of the song!

Latest added interpretations to lyrics

A B C D E F G H I J K L M N O P Q R S T U V W X Y Z #
Interpret